Deuteronomy 28:55 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala qachaa keetiititti diintonni kee hennaa si marsanii rakkisan wonti biraa wonti nyaatan waan hin jirreef foon ijoollee ufiituu nama tokkoollee hin kennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan keeti marti waan marfameef, rakkinna diinni keeti si irratti fidu irraa ta kaate, akka inni nyaatuuf ka hafeeru kana malee waan hin jirreef, foon ijoollee ifii ka nyaatu san irraa diqquma isaalle, isaan keessaa tokkolle'eef hin kennu.