Deuteronomy 28:58 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani dubbi seera, ta kitaaba kana keesati t'aafani, jabeesitani guutu diddani, ammalle maqa jaba ka AABBO Waaqa keesani ka guddisani ulfeesani sodaachu diddani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jechoota seeraa ka kitaaba kana keessatti barreeffaman maraa eeddee yoo hin raawwanne Rabbii Waaqa kee kana ka galatoonfamee fi ka sodaatame maqaa isaa yoo hin sodaanne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jecha seera kanaa ka kitaaba kana keessatti barreeffame mara akka dansaa yoo eegatuu dhaddane, maqaa Mootii Waan Maraa ka Waaqa keetii ka ulfinna qabu ka maade'ee kana yoo sodaatuu dhadde,