Deuteronomy 28:61 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle d'ukubafi gaargala, ka kitaaba seera kana keesati int'aafinile, isaniti buusa, haga isani balleesaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma dhibee kitaaba seeraa kana keessatti hin barreeffamne maraa haga ati baddutti Rabbi balaa maraa sitti fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhukkubaa fi balaa kitaaba seeraa kana keessatti hin barreeffaminille mara sitti fidee si hin balleessa.