Deuteronomy 28:63 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma AABBO Waaqi qara isani jaalate isani horsiise daraarse, akasuma inni isani jibbe, isani balleese daara isani baasa. Lafa isani fud'attani iti qubachu geetanile ira isani godaansisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi hennaa waan mishaa isinii godhu, hennaa isin baay'isu gammade sanitti Rabbi hennaa isin balleessuu fi isin diigullee hin gammada; lafa dhaalu'uuf itti galtan san irraallee hin buqqaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma waan dansaa isinii godhiisaaf, isin baceessiisaafille gammade, akkasuma isin diigiisaa fi balleessiisaaf hin gammada. Isin lafa dhaaliisaaf itti galtanu keessaa hin buqqaatan.