Deuteronomy 28:68 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hobolooni lafa Misiriti isani deebisa, ato qara inni, Deebie achiti isani indeebisu jed'ele. Achiti isani tissooma ufi gurgurtani, ammo nami tokoleeni ka isani bitatu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
karaa ammaa achi deebitee hin argitu siin jedheen markabaan Rabbi gara biyya Misirii si deebisa; achitti garboota dhiiraatii fi ta intalaa isaanii ta'u'uuf diintota keessanitti uf gurgurattan; garuu ka isin bitu hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa ani, «Lammeessoo deebitanee hin dhaggitanu» isiniin jedhe, Mootiin Waan Maraa hoboloo gudditti'iin gara biyya Gibxi'ii si hin deebisa; achitti diinota keessaniif garbichaa fi garbittii akka isaanii teetanu gurguramiisaaf ifi kennitan; ammoo nami isin bitatu achi hin jiraatu.