Deuteronomy 28:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani huji teesani eebise kod'o teesani mid'aaniini guuta. Lafa inni isanii kennule keesati isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi eebba ufii si irratti, gootaraa keetii fi hujii harka keetii irrattillee akka bu'u ajajeera; lafa Rabbi Waandhi kee sii kennu irratti si eebbisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gootaraa keetii fi hujii harka keetii mara si'iif hin eebbisa. Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti lafa sii kennu keessatti si'ille hin eebbisa.