Deuteronomy 29:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini dubbi wold'aqisa ta AABBO Waaqi Musani, lafa Moabu keesati, worra Israeliti himi jed'e; dubbini wold'aqisa tunini dubbi AABBO Waaqi gaara Sinaiti dubbateniti ta d'ibi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jechoonni waada'aa ka Rabbi gaara Kooreebiitiin alatti lafa Moo'aabii irratti ijoollee Israa'elii woliin gale ka Rabbi Muusee ajaje kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Gondooroo ifii ta Horeebitti Israa'eloota woliin godhate irratti dabalee, lafa Mo'aabii keessatti akka isaan woliin Gondooroo godhatuuf, ta inni Muusee ajaje ta asii gad jirtu: