Deuteronomy 29:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nu ka arra arma fuula isaa dura d'umneefi, ilmaani teenna ta qara ind'alatini wold'aqisa woliini tolfata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worra adha Rabbii Waaqa kenna afoo nu woliin dhaabatan namoota adha as nu woliin hin jirre woliinille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra adha Mootii Waan Maraa Waaqa keenna dura as nu woliin dhaabbatuu fi worra adha as nu woliin hin jirre wolille'een godhe.