Deuteronomy 29:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Finna keenna ka lafa Misiritiifi ka lafa biyya, ta nu keesa godaanne d'umne, inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nu akka biyya Misirii keessa jiraanne akka orma jidduu lufne beettaniirtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nuuti biyya Gibxi'ii keessa attam akka leenee fi gosa biyya adda addaa keessa attam dabarree akka dhunne isinuu hin beettan.