Deuteronomy 29:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan hamtu, ka worri mukhaafi d'akhaafi qarsiini boch'e mid'aase aka waaqa kad'atu, ya agartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
battummaa isaanii, waaqa tolfamaa isaan jidduu jiran ka muka, dhagaa, birri'ii fi worqii irraa tolfaman argitaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Odduu isaaniititti waan jibbisiisaa, waaqota dharaa ka isaanii ka mukaatii fi dhaka'aa, ka meeti'iitii fi worqi'ii dhaggitaneertan.