Deuteronomy 29:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Isani ila teesaniini waan AABBO Waaqi hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isaa ch'ufu tolche ya agartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen ijoollee Israa'elii maraa waamee akkana isaaniin jedhe, «Baasaa fi maalalee gugurdaa'a,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen kolbaa Israa'elii mara waamee, «Waan Mootiin Waan maraa biyya Gibxi'ii keessatti ila teessan duratti mooticha Fara'oonii fi qondaaltota isaa irratti, biyya isaa mara irralle'etti tolche dhaggitaneertan.