Deuteronomy 29:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama akana kana inaraaramu ammo dallane aka ibida iti bobae, abaarsi kitaaba kana keesati t'aafani ch'ufti isa ira deebie, AABBO Waaqi maqa isaa lafa gubba balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hinaaffa'aa fi lola Rabbiititu nama san irratti bu'a malee Rabbi nama sanii hin araaramu; abaarsi kitaaba kana keessatti barreeffame maruu isa irratti ta'a; Rabbi maqaa isaa lafa irraa balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa nama akkasiitiif hin araaramu. Aari'ii fi hinaaffaan Mootii Waan Maraa isa irratti hin bobeetti; abaarsi kitaaba kana keessatti barreeffame marti isa irratti hin bu'a. Mootiin Waan Maraa maqaa isaa lafa irraa haxowee hin balleessa.