Deuteronomy 29:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, worra Israeli ch'ufa keesaa, koba isa baase, akheekha isa tolcha; ammalle gaargalafi abaarsa ch'ufa ka kitaaba seera Waaqa keesati t'aafani, itiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkuma waadaa kitaaba seeraa kana keessatti barreeffame akkuma kakuu abaarsaatiin gosa Israa'elii maraa keessaa badi'iif isa fooya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akkuma abaarsa gondooro'oo ka kitaaba seeraa kana keessatti barreeffameetitti, nama akkasii gosa Israa'elii mara keessaa baasee hin balleessa.