Deuteronomy 29:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami lafaa ch'ufti waan jed'u, Isi AABBO Waaqi maanifi lafa worra akana tolche? Inni maanifi akana aka hama suni dallana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ormi maruu ‹Rabbi lafa tana maaf akkana godhe? Balaan guddaan lola isaa kun maali'i?› Jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gosi biyya adda addaa marti maadeffattee, ‹Mootiin Waan Maraa maaf lafa tana irratti waan akkasii godhe? Wonni inni aaree bobe'eef maan?› hin jetti.