Deuteronomy 29:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami d'ibiini waan jed'u, wonti inni akasi taheefi, gumi AABBO Waaqati wold'aqisa qara Waaqa ababoota worra gaafa inni worra lafa Misiri keesa baase woliini tolfatani ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonnillee akkana jedhan ‹Jecha waada'aa ka Rabbi abboota isaanii ka biyya Misiriitii isaan baasee san waan hin dhageennee fi waan dhiisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan deebittee, ‹Isaan Gondooroo Mootiin Waan Maraa Waaqi abbootii isaanii yennaa biyya Gibxi'ii keessaa isaan baase, isaan woliin gondoore san waan diiganeef.