Deuteronomy 29:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waaqa d'ibi, ka taka duri inkad'atiini durati gajed'e kad'ate, waaqa AABBO Waaqi inkad'atiina worrani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deemanii waaqa tolfamaa hin beenne san waan waaqeffatanii fi waa isaa sagadaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhaqanee waaqota hin beenne, ka inni hin ajajin waaqota dhibii tajaajilanee waaqonfatane.