Deuteronomy 29:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi gumi isati dallane abaarsa kitaaba kana keesati t'aafani lafa isaanitiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu abaarsa kitaaba kana keessatti barreeffame maraa isaan irratti buusu'uuf dheekkamsi Rabbii lafa tana irratti ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa lafa tanatti aaree bobe'ee, abaarsa kitaaba kana keessatti barreeffame mara lafa irratti fide.