Deuteronomy 29:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka taka inargini gugubate dallane, dallansuuni worra lafa isaani keesa baase lafa nyaapati balleese, fulla worri arrale jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma adha jedhan kana Rabbi dheekkamsaa fi balaa gudda'aan lafa isaanii irraa isaan buqqisee biyya biraatitti isaan gate.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa aaree bobe'ee, mufii ifii guddo'oon lafa isaanii keessaa isaan buqqisee, akka adha jiranu kanatti biyya ormaa keessatti isaan gate› hin jetti.