Deuteronomy 29:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gaargala hamafi akheekhafi waan mama jabdu AABBO Waaqi tolche, ya agartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
balaa gugurdaa Rabbi biyya Misiriititti Fari'oonii fi garboota isaa maraa afo'otti raawwate maraa ijji teessan argiteerti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balaa gugurdaa, bilbaasotaa fi waan maade'ee gugurdoo san iluma teessaniin dhaggitaneertan.