Deuteronomy 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege nu gaara lafa Bashani mirgaa godaanne jennaani, hayyu Oguni nama isaa ka lola fud'ate, fulla dira Edrei nu had'u d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Achii deebinee karaa Baasaaniitii baanaan mootiin Baasaanii Aagii fi baniin maruu Eediraayitti nuun lolu'uuf yaa'an;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaan duuba karaa gara Baashaanii geessutti deebinee ol baane; mootiin Baashaanii Oog loltoota ifii mara woliin Edraayitti nu loliisaaf dhufe.