Deuteronomy 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu lafa hayyu Ogu ka Bashani ch'ufa fud'anne: dira gooro guba jiru lafa Gileaditifi ta Bashaniti, haga ilaboru dira Salekafi Edrei.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota raasaa jiran maraa Gala'aadiin qachoota mootii Aagiitii fi ta Baasaaniin jiran Salkaanaa irraa haga Ediraayii biyya Baasaanii maraa fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti qachoota gooroo irraa, lafa Giil'aadii mara, lafa Baashaanii mara haga Saalka'aa fi Edraayii, qachoota mootummaa Oogii ka Baashaan keessaa mara fudhanne.