Deuteronomy 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Gosa Refai keesa nami hafe hayyu Ogu. Sire isaa ta sibiilani mid'aasani, d'eerinni d'und'uma sagali, balinni d'und'uma afuri aka biima gaafasi gula. Sire suni haga arrale lafa gosa Amoni dira Raba keesaati dandaani argani.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Raaffaayiin keessaa mootiin Baasaanii Aagi hojja ufii hafe; sireen isaa ka sibiila irraa hojjatame ture; dheerinni siree isaa ciqilee sagal, dalgi ciqilee afur.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra Refaa'otaa keessaa ka hafe Oogii mooticha Baashaanii qofa; taqeen isaa ta sibiilaa ti; dheerinni isi'ii meetira afur, badhinni meetira lama. Taqeen sun haga ammaatitti Raabaa qachaa biyya Amoonii keessa jirti.