Deuteronomy 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa nu lafa suni fud'anne, anini lafa mirga dira Aroeri, ta d'aatu galaana Arnoni, ammalle lafa gaareeni ta Gileadi haga dira isii ch'ufa woliini, gosa Reubenitifi ta gaditi kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa tanallee bara san dhaalle Aaro'eerii dhooqa Aarnoon bira jirtu irraa jalqabee biyyi gaaraa ka Gala'aadii wodhakkaa qachootaa gosa Gaadiitii fi gosa Roobeeliitii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa qabanneen duuba qachaa Aro'erii ka laga Aarnonii bira jiruutiin jalqabee haga gamisa biyya koobittii Giil'aadii qachoota isaa woliin gosa Ruubeniitii fi gosa Gaadiitiif kenne.