Deuteronomy 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Manase ta haga gariti lafa Gileadi ta hafte taanifi lafa Bashani ch'ufa, ta hayyu Oguni fide kenneefi. Akasi jechaani arda Argobu ch'ufa kenneefi jechu. (Lafa Bashanitini Refai jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootummaa Aagii ka Gala'aadiin irraa hafe biyya Baasaaniitii fi biyya Argoobii maraa Minaase'ee kenne; Baasaaniin sun maruu biyya Raaffaayimii jedhamtee beekkamti turte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Giil'aadii ta hatte, biyya Argoobii ta Oog bulche biyya Baashaanii mara gamisa gosa Minaase'eetiif kenne. Biyyi Baashaanii guutumatti biyya Refaa'otaa jedhamaa turte