Deuteronomy 3:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gosa Reubenitifi ta Gadi lafa Gileadi, haga bale Anoni, ta baleeni aka seera jiddu baatu, haga galaana Yaboki, ka seera Amoni, kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gosa Roobeeliitii fi gosa Gaadiitii biyya Gala'aadiitii haga dhooqa Aarnoonii wodhakkaa dhooqa sanii daangaa isaallee haga daangaa ijoollee Amoonii haga daangaa laga Yaabooqii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gosa Ruubeniitii fi Gaadiitiif ammoo, lafa Giil'aadii irraa haga lafa laga qarqara laga Aarnonii kenneef; meessaan isaanii ka kibbaa wodhakkaa laga Aarnonii yoo te'u, gara kaabaatiin haga laga Yaaboqii meessaa Amoonotaa ti.