Deuteronomy 3:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti worraa gama ila adutiini galaana Yordaniti ejite, galaana Galilaya ka mirga jiru iraa baate, galaana sooda ka bita gabuute, gaara Pisga ka ilaboru jalati ejite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kenereetii haga galaana Arabaa; kunillee haga galaana sooqiddaa gaara Fasga'aatii gad Arabaa gaara baya biiftu'uutiin jiruu daangaa Yoordaanosii maraa isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa aduun seentuun haga laga Yordaanosii, laga Galiila'aa goodda kaabaa keessaa gara kibba Abbaayaa Sooddaatii fi gara gaara Phiisgaa aduun seentuutiin jalaatitti badhata.