Deuteronomy 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja suni waan isaniini jed'e, AABBO Waaqi, waaqi keesani, ya lafa tana isanii kenne, aka isani d'aaltani: Worri keesani ka lola ha miha lolaa fud'ate, oboleyaani teesani ta Israeli dura yauti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Bara san akkana jedhee isaan ajaje ‹Rabbi Waandhi keessan lafa laga Yoordaanosiitiin gama jirtu tana isinii kenneeraa; isin duultonni maruu mi'a lolaa qabattanii obboleewwan teessan ijoollee Israa'elii afoo ceetan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san ani «Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna lafa Yordaanos irraa ta gara aduun baatuu tana akka qabattanu isinii kenneera. Amma namoota lolanu keessan hidhachiisa'aatii, gosooti Israa'elii dhibiin lafa ifii haga qabatanu akka qarqaaranuuf laga Yordaanosiitiin gama isaaniin dura erga'a.