Deuteronomy 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan naani jed'e, Isa insodaatini anini isaafi nama isaa ka lolaatifi lafa isaa ch'ufa sii kenna. Akuma Sioni, hayyu Amori, ka lafa Heshboni mohate kaani tolchite, isaale tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ‹isaa fi banii isaa maraa biyya isaallee sii kenneeraa isa hin sodaatin; ati akkuma Seewoonii mootii worra Amoorotaa ka biyya Haseboonii jiraate san irratti goote isa irrattillee akkasuma gootaa»› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo anaan, «Ani isa, loltoota isaa maraa fi lafa isaa dabarsee si'iif waan kennuuf, isa hin sodaatin. Mootii Amoorotaa Sihoon ka qachaa Heshiboonii keessa tee'ee bulchaa ture akkuma goote, Oogille akkasuma godhi» jedhe.