Deuteronomy 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga AABBO Waaqi oboleyaani teesani teeso, aka isanii kenne kennuufiti, worrileeni lafa suni, ta Yordanini gama, ta AABBO Waaqi kennuufi suni fud'atuti. Duuba isani nami ch'ufti, d'aala anini isaanii kenne taaniti deebitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akkuma Rabbi hara isin baafachiise obboleewwan teessanillee haga hara baafachiisuu fi akkasuma isaanillee lafa Yoordaanosiin gamatti lafa Rabbi Waandhi keessan isinii kenne haga dhaalaniif; achiin maayessa isin maruu gara lafa ani isinii kennee deebitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tunille Mootiin Waan Maraa akkuma isiniif godhe, isaan lafa Yordaanos irraa gara aduun seentuu ta Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isaaniif kennu san haga qabatanu. Saniin duuba tokko tokkoon keessa gara lafa ani isinii kenne sanii hin deebitan» jedhe.