Deuteronomy 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini gaafasi Yoshuani jed'e tana: Atini yayu waan, AABBO Waaqi kanke hayyoota tana lamaani tolche agarte; duuba akuma kana AABBO Waaqi lafa isani haatani fud'attani ch'ufa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa san Iyyaasuun, ‹Waan Rabbi Waandhi keessan mootota lamaan kanniin irratti godhe maraa ijaan argiteerta ammallee mootota keessa luftu maraa irratti Rabbi akkasuma godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san ani Iyaasuu ajajee, «Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan mootota lama Sihoonii fi Oog waan godhe ati iluma teetiin dhaggiteerta; Mootiin Waan Maraa mootummoota ati itti dhaqaartu mara irralle'etti akkasuma hin godha.