Deuteronomy 3:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, galaana Yordani na taakisiisi, aka anini lafa gaareeni ta wo baaftu, ta gama suni jirtu taanifi gaareeni Lebanonile, argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ceeyee lafa michuu san ta galaana Yoordaanosiitiin gama jirtu biyya michuu Libaanosii laalaa na hoffolchi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gamatti bu'ee, lafa dansaa laga Yordaanosiitiin gamaa biyya koobittii dansaa, gaara Libaanonille akka dhaggu naa eeyyam» jedhe.