Deuteronomy 3:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro teesanifi AABBO Waaqi nati dallanne, nale ch'aqasu dide, waan naani jed'e, Laki ya geete, waan suni deebite maqa ind'aini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi garuu sababa keessaniif naan lole; naa hin dhageennelle'e Rabbi ‹si gayaa! waan kanaaf lamuu natti hin dubbatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa keessaniif ammoo Mootiin Waan Maraa natti aaree, ana hin caqanne. Inni anaan, «Si geetti. Marroo waan kanaa deebitee natti hin dubbatin!