Deuteronomy 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle nu yomsuni dira ch'ufa qamne, diri tokoleeni ka nu infud'atini injiru. Nu ch'ufa woltuma dira jaatama qamne — lafa Argobu, ta hayyu Oguni, ka Bashani, mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san qachoota isaanii maraa hin fudhanne; qachaa tokkollee hin dhiifne; waan mootiin Baasaanii Aagi qabu biyya Argoobii maraa qachoota jahaatamaa fudhanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san nuuti qachoota isaa mara qabanne; qachoota jaatama naannoo Argoobii duudii, ka mootummaa Oogii ta Baashaan keessa jirtu keessaa qachooti nuuti hin qabatin tokkolle hin jiru.