Deuteronomy 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira kana ch'ufa aka jaba olfageesani d'akhaani jaarani, balbala fullotifi waan isiini ch'ufanile, ammalle olla hedduti jira, ka ijaara jaba akasi suni inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni kunniin maruu dallawa hojjaan isaanii dhedheera'aa qaban; Cufanaan dallawa sanniinii loosa'aan cufaman turan; qachoonni baay'een kaloo qaban ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti kun marti dalleya dhaka'aa dhedheeraa, karraa fi danqaraa qabanuun marfamaneeran; ollaan gugurdaan hedduun dalleya dhaka'aa hin qannelle jiraayyu.