Deuteronomy 30:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini arra eebaafi abaarsa wolbira isanii qaba, toko gula baha. Hojja wonti kunini ch'ufti isani taate, ka isani gosa d'ibi keesa fulla AABBO Waaqi isani iti firfirse teetani isani waan anini jed'e kana inqaabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ani amma si afoo kaaye kana maraa hennaa eebbinii fi abaarsi si irratti bu'e Rabbi Waandhi kee orma maraa keessa hennaa si facaasee onnee keetiin yaadde,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Eebbaa fi abaarsi ani adha isin dura keye kun martinuu yennaa isin dhaqqabe, isin addee Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan gosa biyya adda addaa mara odduu isin bittinneessetti deebitanee yennaa waan kana qaabattane,