Deuteronomy 30:10 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo isani isaa saalfattani seera isaa, ka kitaaba kana keesati t'aafani, ch'ufa guutu maltani. Ammalle garaa keesani ch'ufaani isati deebiu maltani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun yoo isin Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif ajajantanee, ajajaa fi seerata kitaaba kana keessatti barreeffame mara eegatiisaan, gadhaa keessan tokkochaa fi lubbuu teessan takkatti'iin gara Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii deebitane teeti.