Deuteronomy 30:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri suni achi isani ira fago gubba injiru. Isani waan, Eentu guba deeme nu gadifuud'a, aka nu ch'aqamne guunnu? jettanifi inqabdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ajaja kana dhageennee akka raawwannu eentu ol bayee Samii gubba'aa nuu fuudha?› akka hin jenne samii gubbaa hin jirtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, ‹Akka nuuti dhageennee ajajannuuf, eentu ol-gubbaa bayee fidee nutti hima?› akka hin jenne ol-gubbaa hin jiru.