Deuteronomy 30:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani seeri suni baariini gama injiru. Isani waan, Eentu baariini taake nutiini d'ufa aka nu ch'aqamne guunnu? jettanifi inqabdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Dhageennee akka raawwannuuf laga kana gama ceeyee eentu nuu fida?› akka hin jenne laga gama hin jirtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin, ‹Akka nuuti dhageennee ajajannuufille, eentu abbaayaa gamatti bu'ee fidee nutti hima?› akka hin jenne ajaji kun abbaaya'aan gama hin jiru.