Deuteronomy 30:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akasiiniti, dubbini d'aatuma teesani jirti, afaani keesanifi garaa keesani keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jechi isinitti guddisee dhiyoo jira; akka eedduuf afaanii fi onnee kee keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuu jechi isinuma bira jira; akka isin ajajantanuufille afaanii fi gadhaa keessan keessa jira.