Deuteronomy 30:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arra anini waan lama wolbira isanii qaba toko fohad'a waan dansaafi waan haamtu, duafi jireenna, toko gula baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ila ani adha jireennaa fi waan mishaa, du'aa fi hammeenna si afoo kaayeera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani adha jiru'uu fi qananummaa, du'aa fi badii isin dura keyeera.