Deuteronomy 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani seera AABBO Waaqa keesani, ka anini arra isanii kennu guuttani isa jaalatani, isaa saalfattani, seerafi aada isaa ch'ufa gula yaatani, isani hortani daraartani, AABBO Waaqi keesani, lafa isani fud'attani iti qubachu geetani tanati, isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka lubbu'uun jiraattee hortu, lafa Rabbi Waandhi kee akka dhaaltuuf itti si galchutti akka si eebbisu Rabbii Waaqa kee akka jaalattu, karaa inni si ajaje akka deemtu, ajaja, seeraa fi murtii isaa akka eeddu ani adha si ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jaalatanu, karaa isaa irra akka ideentanu, ajaja isaa, seerata fi seera isaalle akka eegattanu, ani isin ajaja; achiin duuba jiru'uun hin leetan; hin hortan; Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan lafa isin itti galtanee qabattanu keessatti isin hin eebbisa.