Deuteronomy 30:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani isani naha. Inni gosa d'ibi ta inni keesa isani firfirse keesaa isani deebise, ammalle isani horsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hennaa ajajamte Rabbi Waandhi kee boojuu kee sii deebisa; garaa sii laafa; hulee Rabbi Waandhi kee orma maraa keessa si facaase keessaa si deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan boojuu teessan hin deebisa; isiniif hin marara; addee isin itti bittinneesse gosa biyya adda addaa keessaa, deebisee wolitti isin hin qaba.