Deuteronomy 31:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worrani jed'e, yo ganni torba hobau ch'ufa, gaafa ganni gati namaa lakisani maru, dubbi tana jila Hoosati laalaba, biyyaa sooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen akkana jedhee isaan ajaje «Woggaa torbeesso'oo dhuma irratti bara liqaan maruu namaa dhiifamu hennaa ayyaanni daase'ee kabajjamu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen isaan ajajee, «Dhuma woggaa torba torbaatitti, yennaa liqaan namaaf lakkifamuu fi yennaa jila gose'ee ta woggaa wogga'aan jilifantutti,