Deuteronomy 31:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja gumiini Israeli wolti d'ufte, fulla AABBO Waaqi keesani fohatuti kad'acha wolti baatu, dubbi tana sooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii maruu hennaa Rabbii Waaqa isaanii afo'otti argaman hulee Rabbi filatetti hennaa wol gayan seera kana uduu isaan dhagayan worra Israa'elii afo'otti dubbisiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan Israa'elii marti addee inni filatetti Mootii Waan Maraa Waaqa keessan duratti yennaa dhaggantanu, seera kana akka isaan dhage'anuuf isaan mara duratti dubbisa'a.