Deuteronomy 31:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani ilmaani teesani ta taka Seera AABBO Waaqaa keesani ind'agayini d'ageeti. Ammalle akanaani haga worri lafa isani fud'attani iti qubachu geettani, ta Yordanini gama, keesa tau, isaa saalfatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen isaanii worri jecha seeraa kana hin beenne laga Yoordaanosii ceetanii itti galtanii dhaaltanitti bara jiraatan maraa seera kana haa dhagayanii; Rabbii Waaqa keessanillee sodaachuu haa baratanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laga Yordaanosii gamatti buutanee lafa qabattanu keessatti bara leetanu mara, ijoolleen isaanii ta seera kana hin beenne, seera kana dhage'anee, Mootii Waan Mara Waaqa keessan sodaatiisa baratuu qaban» jedhe.