Deuteronomy 31:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Atini amma ya fulla ababooti tante jirtu d'aqu geete, ammalle eegi atini doote, gumiini naraa gorte wold'aqisa anini worra woliini tolfad'e ch'absiti. Ammalle na lakisani, waaqa worra na imbeenne, ka lafa worri iti qubachu gahe suni keesa jiru, kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een, «Dhiyoma kanatti duuta haga ati duuteen maayessa baniin worra naa hin ajajamne ta'an; waadaa ani isaan woliin gale dhiisanii biyya dhaalu'uuf itti galan sanitti waaqa tolfamaa worri Amoorotaa waaqeffatan sanii sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Kunoo, ati duutee abbootii teeti ta durii bira dhaqaarta; kolbaan tun waaqota ormaa ka biyya itti galanuu hin waaqonfatan; isaan na lakkisanee, gondooroo ani isaan woliin godhe hin diigan.