Deuteronomy 31:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafasi anini worra duraa gore qarqaaru dida, wonti akanatiifi worri hamate waaqa d'ibi kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa tolfamaa biraa waan waaqeffataniif, waan badaa maraa na afo'otti waan hojjataniif guyyaa san ani fuula kiyya isaan irraa deebifadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara waaqota dhibi'ii deebi'iisaan waan hantuu waan hujaneef, ani guyyaa san fuula kiyya ijjumaa isaan duraa hin dhoffadha.