Deuteronomy 31:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma sirba kana t'aafi worra Israeli barsiisi, aka worri barate duuba sirbi suni d'uga naa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ammallee faaruu kana barreessa'aatii ijoollee Israa'elii maraa barsiisaa'a; faaruun kun akka waan kiyyaaf ragaa ta'u afaan ijoollee Israa'elii keessa naa kaayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Amma faaruu tana barreeffadhuutii, kolbaa Israa'elii barsiisi; akka isaan irratti naaf dhugaa baatu, isaan akka faarsanu godhi.