Deuteronomy 31:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi anini lafa aananifi dammi aka lola yaautini worra d'ufe, ta anini ababoota worrati kakhad'e, achiti sagale fed'ani ch'ufa argatani gabbatani. Ammo naraa gorani waaqa d'ibi kad'atani, na didani, wold'aqisa kiyya ch'absani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafa ani abboota isaaniitii kakadhe ta aannanii fi damma baaftutti isaan galcheen maayessa, haga nyaatanii quufan, haga qanani'aniin maayessa na tuffatanii waaqa tolfamaa biraa waaqeffatan; jecha waada'aa ka ani isaan woliin galellee hin diigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara lafa aananiitii fi dammaa ta abbootii isaaniitiif kenniisaaf kakadhe sanii yennaa isaan fide, isaan nyaatanee quufanee gabbataneen duuba, ana jibbanee, gondooroo ani isaan woliin godhe diiganee, gara waaqota dhibi'ii deebi'anee isaan waaqonfatane.