Deuteronomy 31:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Yoshua ilma Nunitini jed'e, Garaa jabaad'i, ilaafiini. Siti gosa Israeli lafa anini worra kakhad'eti geesa, aninileeni suma woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ilma Nawwe'ee Iyyaasu'uun, «Ijoollee Israa'elii gara lafa ani isaanii kakadheetitti isaan galchitaa; cimi; jabaadhu; anillee si woliin jiraa» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Iyaasuu ilma Nunii ajajee, «Ati Israa'eloota gara lafa ani isaanii kenniisaaf kakadhetti waan galchituuf, jabaadhu; jajjabaadhu; ani si woliin jira» jedhe.